
Kottaa! Eebbaa Hafuuraa qophaa’e kana irraa waliin hirmaannaa!!!

Beeksisa;
Barumsa Qubee afaan Oromoo fi Aadaa saba oromoo
Mucooliin wagaan isaanii 15 gadi ykn kutaa 10 gadi jiran ji’a bonaa (July fi August) yeroo boqonnaa isaaniitti Barumsa Qubee afaan Oromoo fi aadaa barsiifamu,kun immoo miseensa waldaa kan ta’an duwwaa utuu hin ta’in mucolii hawwaasa Oromoota Chikaagoo keessa jiraatan hundumaaf banamaa dha.
Barumsi kun Adoolessa(July) 03/2018 irraa egalama
Guyyaa Facaasaa fi Kamisa yeroo hundumaa Saa’aa 9:00am-12PM tti ta’a!
Kanaaf carraa kanattı fayyadamaa jenna!
Spiritual Conference
2018 the 1st annual Spiritual conference
When? June 15-17/18
Flyer

