Especial Events

scan

 

Kottaa! Eebbaa Hafuuraa qophaa’e kana  irraa waliin hirmaannaa!!!

img_1198

 

Beeksisa;

Barumsa Qubee afaan Oromoo fi Aadaa saba oromoo

Mucooliin wagaan isaanii 15 gadi ykn kutaa 10 gadi jiran ji’a bonaa (July fi August) yeroo boqonnaa isaaniitti  Barumsa Qubee afaan Oromoo fi aadaa barsiifamu,kun immoo miseensa waldaa kan ta’an duwwaa utuu hin ta’in mucolii hawwaasa Oromoota Chikaagoo keessa jiraatan hundumaaf banamaa dha.

Barumsi kun Adoolessa(July) 03/2018 irraa egalama

Guyyaa Facaasaa fi Kamisa yeroo hundumaa Saa’aa 9:00am-12PM tti ta’a!

Kanaaf carraa kanattı fayyadamaa jenna!

Spiritual Conference

2018 the 1st annual Spiritual conference

When?     June 15-17/18   

Flyer

img_0484

%d bloggers like this:
search previous next tag category expand menu location phone mail time cart zoom edit close